Luke 19:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba inni worra achi dhaabbateeruun, ‘Saantimii worqi'ii san isa irraa fuudha'aatii tajaajilaa saantimii worqi'ii kudhan qabuuf kenna'a!’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worra d'aawatu ejaanju kaaniini waan jed'e, Shilingi iraa fuud'a namicha kunki kud'ani qabu kaani kenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warra dhaattuu ejaajju kaaniin, ‘Qarshii irraa fuudhaa namicha kuma kudhan qabu kaanii kennaa’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftichillee worra achi dhaabataniin, ‹Saantibii san fuudha'aatii ka saantibii kudhanii qabu sanii kennaa'a!› isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftichillee worra achi dhaabataniin, ‹Saantibii san fuudha'aatii ka saantibii kudhanii qabu sanii kennaa'a!› isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kanaan duubatti gooftichi isaa, achi dhaabatanii worra jiraniin, ‹saantibii worqqi'ii isaa irraa fuudha'atii tajaajilaa saantibii worqqi'ii kudhan ka qabuuf kennaa!› isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni worra achi dhaabbateeruun, ‹Saantimii worqi'ii san isa irraa fuudha'aatii tajaajilaa saantimii worqi'ii kudhan qabuuf kenna'a!› jedhe.