Luke 19:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ammoo, ‘Gootta'a, inni duruu kudhan qaba!’ jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri waan jed'eeni Aabbo, inni qara shilingi kunki kud'ani qaba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammoo, ‘Aabboo, innii qaraa qarshii kuma kudhanii qaba’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, ‹Gooftaa'a! inni birrii kudhan qaba!› jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee, ‹Goofta'a, inni birrii kudhan qaba!› jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Isaan'llee, ‹yaa Gooftaa! Inni bee saantibii worqqi'ii kudhan ni qaba!› jedhaniin.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo, ‹Gootta'a, inni duruu kudhan qaba!› jedhaneen.