Luke 19:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus tana dubbateen duuba isaaniin dura garuma duraa gara Yerusaalemii ol deeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana jennaani Yesoni dura deeme Yerusalemuti olqabate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana jennaan Yesus dura deemee Yerusaalemitti olqabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus haga kana dubbateen maayessa isaan firrisee gara Yerusaalemii ol baye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus haga kana dubbateen maayessa isaan firrisee gara Yeruusaaleemii ol baye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus fakkeenna kana eega dubbateen duubatti, adeemissa isaa gara Yerusaalemii itti fufu'uun, barattoota isaa dura dura ni deemaayyu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus tana dubbateen duuba isaaniin dura garuma duraa gara Yerusaalemii ol deeme.