Luke 19:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa addee gaara ejersaa jedhantutti, Betfaage'ee fi Bitaaniya'atti dhikaate, barattoota ifii keessaa lamaaniin,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bethfagefi Bethaniati d'iaannaani, fulla gaara Ejersa jed'ani, jara isaa lama ufi dura erge
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Betfaagee fi Bitaaniyatti, gaara, “Gaara Ejersaa” jedhaniitti, dhi'aannaan jara isaa keessaa lama ufi dura ergee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara hulee gaara ejersaa jedhamtutti gara Beeta faagee fi gara Biitaaniya'aa dhiyaate darasoota ufii keessaa lamaan ergee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa gara hulee gaara ejersaa jedhamtutti gara Beeta faagee fi gara Biitaaniya'aatti dhiyaate, darasoota ufii keessaa lamaan ergee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus gaara ejjeerssaa biratti gara ka arigamanii gara Beetfaage'eetii fi gara Bitaaniya'aa yeroo dhiyaatetti, barattoota isaa keessaa lamaan akkana jedhu'uun ni erge,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa addee gaara ejersaa jedhantutti, Betfaage'ee fi Bitaaniya'atti dhikaate, barattoota ifii keessaa lamaaniin,