Luke 19:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus kam akka te'e beekiisaaf barbadee, hojjaan isaa ammoo gabaadduu waan teeteef, gumiin waan heddatteef Yesuus dhaggiisaaf hin dandeenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Yeso barbaade aka inni jiru argu fed'e; ammo maro inni nama gabaabatiifi, ammalle maro gumitiifi dad'abe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii Yesus barbaadee akka innii jiru arguu fedhee, ammoo marroo nama gabaabaa ta'eef, ammallee marroo guddinna gumitiif arguu dadhabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Yesuus nama attamii akka ta'e arguu barbaade, Haa ta'uu ammo nama gabaabaa waan ta'eef, sababaa baay'inna namootaatiif Yesuusiin arguu hin dandeenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee Yesuus nama attamii akka ta'e arguu barbaade, Haata'uu ammoo inni nama gabaabaa waan ta'eef, sababaa baayi'ina namootaatiif, Yesuusiin arguu hin dandeenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee Yesus kamiin akka ta'e argu'uuf ni barbaada ture, garuu dheernni hojjaa isaa gabaabaa waan ta'ee fi baay'inna ummataa irraa'llee kan ka'een, isa argu'uuf hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus kam akka te'e beekiisaaf barbaadee, hojjaan isaa ammoo gabaadduu waan teeteef, gumiin waan heddatteef Yesuus dhaggiisaaf hin dandeenne.