Luke 19:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Gara olloota isiniin duraa dhaqa'a; akkuma achi geettaneen ilmayyoo harre'ee mandiida hidhameeruun hin dhaggitan. Hiika'aatii as fida'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Haga olla isani dura suni yaa, yo achiini baatani bukhura harre ka nami taka ira intaini argitani, hiikha kootaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Haga ollaa isan duraa sun yaa'aa, yo achiin baatan bukura harree ka namii takka irra hintaa'in argitanii, hiikaa koottaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gara ganda afoo keessan jiranii san dhaqaa'a; ganda san keessatti ilmoo harre'ee ka haga ammaa eennulle hin yaabbanne ka hidhameeru achitti argitanii hiika'aa naa fidaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Gara ganda afoo keessan jiranii san dhaqa'a; ganda san keessatti ilmoo harree ka haga ammaa eennulle hin yaabbanne ka hidhameeru achitti argitanii, hiika'aa naa fida'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Gara ganda isiniin duranatti argamuu deemaa, achi'llee yeroo geettanitti eennu'llee ka hin yaabbatiin, ilmmoon harre'ee hidhamee ni arigattan, hiika'aatii garana naaf fidaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gara olloota isiniin duraa dhaqa'a; akkuma achi geettaneen ilmayyoo harre'ee mandiida hidhameeruun hin dhaggitan. Hiika'aatii as fida'a.