Luke 19:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Eennulle, ‘Maaf hiittan?’ jedhee yoo isin gaafate, ‘Gootta'atti barbaada’ jedha'aan” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami, Maafi hiitani? isaniini jed'e, Aabbooti fed'a jed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo namii, ‘Maaf hiittan?’ isaniin jedhee, ‘Aabbootti fedha’ jedhaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee, ‹Maaf hiittan?› jedhee yoo isin gaafate, ‹Goofta'atu barbaada› jedha'aan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee, ‹Maaf hiittan?› jedhee yoo isin gaafate, ‹Goofta'attu barbaada› jedha'aan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni kumi'llee ‹maali'iif hiikkitan?› jedhee yoo isin gaafate, ‹Gooftaa waan isa barbaachisuuniif› jedha'aatii, deebisa'aafii.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle, ‹Maaf hiittan?› jedhee yoo isin gaafate, ‹Gootta'atti barbaada› jedha'aan» jedhe.