Luke 19:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo isaan ilmayyoo harre'ee san hiikiisatti jiranuu, worri harre'ee, “Maaf ilmayyoo harre'ee hiittan?” jedhee isaan gaafate
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato worri bukhura kaani hiikhu, abbootiini, Maafi bukhura hiitani? jetteeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo warrii bukura kaan hiikuu, abbootiin, “Maaf bukura hiittan?” jetteenii gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hennaa ilmoo harre'ee hiikan worri harree sanii, «Maaf hiittan?» isaaniin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee hennaa ilmoo harre'ee hiikan, worri harree sanii, «Maaf hiittan?» isaaniin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilmmayyoo harre'ee'llee yeroo hiikanitti abbootiin isaa, «Waayee maali'iitiif hiikkitan?» isaaniin ni jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo isaan ilmayyoo harre'ee san hiikiisatti jiranuu, worri harre'ee, «Maaf ilmayyoo harre'ee hiittan?» jedhee isaan gaafate.