Luke 19:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan deebisanee, “Gootta'atti barbaada” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Aabbooti fed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammoo, “Aabbootti fedha” jedhee deebiseef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Goofta'atu barbaada» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee, «Goofta'atu barbaada» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Goofta'aaf waan barbaachisuuf» ni jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Gootta'atti barbaada» jedhane.