Luke 19:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa inni karaa gaara ejersaa irraa gad buusutti dhikaate, gumiin barattoota isaa duudiin, hujii bilbaasaa dhaggitte maraaf gammaddee, qoonqoo guddo'oon,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni goodo gaara Ejersa jed'aniti d'iaannaani, gumiini guddooni ta jara isaa, gammachuuni qonqo olfud'ate Waaqa faarsite, maro waan mama kana arganiifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii kooffee Gaara Ejersaa jedhanitti dhi'aannaan, marroo waan mamaa kana garteef, gumiin jara isaa guddoon gammachuun qoonqoo olfudhatee Waaqaa faarsitee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa goodda gaara ejersaa irraan gad dhiyaate darasoonni maruu maalalee waan arganiif gammada'aa laagaa gudda'aan,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa goodda gaara ejersaa irraan gad dhiyaate, darasoonni maruu maalalee waan arganiif, gammada'aa laagaa gudda'aan,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus gara magaalaa Yerusaalemii gayu'uuf yeroo dhiyaatee fi gaara ejjeerssaa gad bu'uu irra uduma jiru, yeroo sanitti namoonni yesusiin ni horddofan turan marrinuu, waayee baasota arganiitiif gammachu'uun guutamanii waan turaniif, qonqqa isaanii ol fudhatanii Waaqa galateeffachuu jala ni qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa inni karaa gaara ejersaa irraa gad buusutti dhikaate, gumiin barattoota isaa duudiin, hujii bilbaasaa dhaggite maraaf gammaddee, qoonqoo guddo'oon,