Luke 19:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Mootiin maqaa Gootta'aatiin dhufu ka eebbifame! Ol-gubba'atti nageenni, olii ol-gubba'aatille ulfinni te'u!” jedhaa Waaqa galateeffatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'ani, Ee Waaqa hayyu maqa Waaqatiini d'ufu eebisi! Nagayafi guddinni Waaqa gubbaa ha tahu!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Hayyuun maqaa Waaqaatin dhufu ka eebbifame! Nagaa fi guddinnii Waaqaa gubbaatti ha ta'u!” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mootiin maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Sami'ittillee nagaya, gammachu'uu fi ulfinna!» jedha'aa Rabbiin galatoonfatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Mootiin maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Sami'ittillee nagaya, gammachu'uu fi ulfinna!» jedha'aa Rabbiin galateeffatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana'llee ni jedhan turan, «Maqaa Goofta'aatiin nugufnni dhufu ka eebbifame! Nageenni sami'itti, ulfinni'llee Waaqaaf, ol gubba'atti haa ta'u!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin maqaa Gootta'aatiin dhufu ka eebbifame! Ol-gubba'atti nageenni, olii ol-gubba'aatille ulfinni te'u!» jedhaa Waaqa galateeffatte.