Luke 19:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gumii san keessaa Fariisaayoti gariin, “Barsiisa'a, barattooti teeti akka cadhisanuuf xixi!” Yesuusiin jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Farisayooni gari, ta gumi keesa jirtu, waan Yesoni jette, Aabbo, jara kanke kanaani, Ch'allisa jed'i.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Fariisotii garii, ta gumii keessa jirtuu, Yesusiin, “Aabboo, jara kankee kanaan, callisaa jedhi!” jetteen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gumii keessaa Fariisonni gari gariin, «Barsiisaa'a! darasoota kee teedefadhu» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gumii keessaa Fariisonni gari gariin, «Barsiisaa'a, darasoota kee teedefadhu» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummata jidduu ka turan Fariisonni tokko tokko garuu Yesusiin, «Yaa barsiisaa! Barattoota kee calidhisiis!» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumii san keessaa Fariisaayoti gariin, «Barsiisa'a, barattooti teeti akka cadhisanuuf xixi!» Yesuusiin jedhane.