Luke 19:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus karaa saniin waan dabaraaruuf, isa dhaggiisaaf jedhee gumi'iin dura fiigee qilxaa tokko yaabe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka Yesoni kara suni dabru d'ageennaani utaale dura dabre aka isa argu oda toko kore.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii akka Yesus karaa suniin dabru dhageennaan utaalee dura dabree akka isa argu odaa tokko kore.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus waan karaa san irra lufa'aa jiruuf isa argu'uuf jedhee gara afo'oo fiigee odaa tokko kore.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus waan karaa san irra lufa'aa jiruuf, isa argu'uuf jedhee gara afo'oo fiigee odaa tokko irra kore.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus karaa saniin ni dabrra waan tureef Zakkiwoos'llee isa argu'uuf jedhee, ummataan duranatti durssee fiigeeti, muka harbbu'uu tokko irra ni baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus karaa saniin waan dabaraaruuf, isa dhaggiisaaf jedhee gumi'iin dura fiigee qilxaa tokko yaabe.