Luke 19:42 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Adhumalle waan nageya si'ii fidu adoo beettee jiraattaa! Amma ammoo ila teeti duraa dhokateera!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Atini ato sila guyya kana waan nagaya, lafa tanatiini d'ufa beete, guddo dansa! Ammo ammatana la si d'ossani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Atin adoo silaa guyyaa kana waan nagaa lafa tanaatiin dhufaa beettee, guddoo dansaa! Amma ammoo la si dhossan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Uduu atummaan waan nagaya adhaaf sii ta'u beettee misha'a! Amma ammo kun ija kee afo'oo dhokateera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu atumaan waan nagaya adhaaf sii ta'u beettee misha'a! Amma ammoo kun ija kee afo'oo dhokateera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana'llee ni jedhe, «Ati waan nagaya keetiif si barbaachisu maal adha beekkitee uduu jiraatteetii! Amma garuu wonitti kun ija kee jalaa dhokatee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Adhumalle waan nageya si'ii fidu adoo beettee jiraattaa! Amma ammoo ila teeti duraa dhokateera!