Luke 19:43 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyooti diinoti keeti dalleya marsanee sitti ijaaranee, si marsanee, karaa maraan sitti cufanu hin dhufa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi guyyaani ind'ufa, ka nyaapi kanke lafa siti ijaare si marse bahu si d'owu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaan, nyaaphii kankee dalla sitti jaaree, si marsee ba'uu si dhowwu indhufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaan diintonni kee dallawa sitti ijaaranii si marsan waan dhufuuf karaa maraanuu si dhiphisan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaan diinonni kee dallawa sitti ijaaranii si marsan waan dhufuuf, karaa maraanuu si dhiphisan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
diinonni kee naannaya kee titti kaloo kalaniitii fi marssanii, asii fi achiin'llee guyyaan si itti sarddamisiisan ni dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyooti diinoti keeti dalleya marsanee sitti ijaaranee, si marsanee, karaa maraan sitti cufanu hin dhufa.