Luke 19:45 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus Galma Waaqaa seenee, worra achitti wo gurguratu alatti yaase.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni Mana Waaqa seene nama keesati wo gurguratu alati arie
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus Mana Waaqaa seenee nama keessatti wa gurguratu alatti gussee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus gara mana woyyu'uu seenee worra waa gurguratanii fi waa bitatan baasuu jalqabe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus gara mana woyyu'uu seenee, worra waa gurgurataniif waa bitatan baasuu jalqabe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus gara Mana Waaqeffanna'aa aseenee, achitti'llee namoota wol gabayatan, ari'uu jala ni qabe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus Galma Waaqaa seenee, worra achitti wo gurguratu alatti yaase.