Luke 19:46 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni isaaniin, “ ‘Manni kiyya mana daadimataa te'a’ jedhantee barreeffanteerti; isin ammoo goda saantu'uu gootane” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, T'aafi keesati waan jed'ani, Mani kiyya mana kad'achati, ammo isani ya goda hattu tolchitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“‘Manii kiyya mana Waaqaa itti kadhatan’ jedhanii la barreessan, isan ammoo ya goda hattuu tolchittan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«‹Manni kiyya mana keessatti Rabbiin kadhatan ta'a› jedhamee barreeffameera, isin ammo goda saamtotaa gootan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«‹Manni kiyya mana keessatti faateffatan ta'a› jedhamee barreeffameera, isin ammoo goda saamtotaa gootan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
akkana'llee isaaniin jedhe, « ‹Manni kiyya Mana Kadhanna'aa ni ta'a jedhamee barreeffamee jira, isin garuu goda saamittotaa ni taasfttan.› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaaniin, « ‹Manni kiyya mana daadimataa te'a› jedhantee barreeffanteerti; isin ammoo goda saantu'uu gootane» jedhe.