Luke 19:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Zakkewoos ol ka'ee dhaabbatee Gootta'aan, “Gootta'a! Ani wol qixxee karra tiyyaa hiyyeyyi'iif hin qooda, eennulle irraa sobee yoo wo fudhadhee jiraadhe, harka afur hin deebisaaf” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Zakayooni olejate waan Aabbooni jed'e, Ilaali, Aabbo, anini hori kiyya gama toko hiyyeeyii qooda; yo anini nama tokole hori dabaani ira fud'ad'e, maro afuri deebisaafi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Zakewos ammoo ol ka'ee Aabboon, “laal Aabboo, anin horii kiyya keessaa gama tokko hiyyeeyyii qoodaa, anin yo nama tokkoollee horii dabaan irraa fudhadhe, marroo afurii deebisaaf” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Zakkewoos ammo dhaabatee Goofta'aan, «Gooftaa kiyya! Ani waan qabu maraa irraa wadhakkaa hiyyeeyyi'iif kenna, eennuun irraallee dharaan sobee waan tokko yoo fudhadhee jiraadhe dachaa afur deebisaaf» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Zakiwoos ammoo dhaabatee Goofta'aan, «Gooftaa kiyya! Ani waan qabu maraa irraa wadhakkaa hiyyeeyyi'iif hin kenna, eennuun irraallee dharaan sobee waan tokko yoo fudhadhee jiraadhe dachaa afur deebisaaf» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Zakkiwoos garuu dhaabatee Gooftaa Yesusiin akkana ni jedheen, «Yaa Gooftaa! Kunoo, qabeenna qabu mara irraayyuu wolakkaa isaa hiyyeessotaaf ni kenna, sobu'uun qarshiin namoota irraa fudhadhe'llee yoo jiraate, dachaa afurii taasisee ni deebisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zakkewoos ol ka'ee dhaabbatee Gootta'aan, «Gootta'a! Ani wol qixxee karra tiyyaa hiyyeeyyi'iif hin qooda, eennulle irraa sobee yoo wo fudhadhee jiraadhe, harka afur hin deebisaaf» jedhe.