Luke 2:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san worri mootummaa worra Rooma'aa jala jiranu mara akka laakkowamanu, mootiin moototaa Awugisxoos ajaja baase.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara suni seeri gara Kaisari Augustoti bahe aka maqa nama lafa ch'ufa t'aafani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Bara sun akka nama lafa Roomaa keessa jiru cufaa maqaa barreessan seerii gara Qiisar Awgusxosiitii ba'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ji'oota san keessa biyyi lafaa maruu akka galmaayu mootii mootota Awugisxoosiin biraa ajanyi baye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ji'oota san keessa biyyi lafaa maruu akka galmaayu mootii mootota Awugisxoosiin biraa ajanyi baye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti bulchiinsa Rooma'aa keessa namoonni jiran marrinuu akka laakayamaniif, nugusa Roomaa Awugusxosiin biraa ni labissaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san worri mootummaa worra Rooma'aa jala jiranu mara akka laakkowamanu, mootiin moototaa Awugusxoos ajaja baase.