Luke 2:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ergantichi Waaqaa ammoo, “Hin sodaatina'a! Ani oduu gammadaa ta kolbaa maraaf gammada guddaa teetu isinitti odeessisaaf dhufe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo malaikaani waan jetteeni, Insodaatiina! Anini odu dansa ta nama ch'ufa gammachiiftu isanii d'ufaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ergamaan ammoo, “Hinsodaatinaa! Anin oduu dansaa nama cufa gammachiiftuun isanii dhufee.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbiillee akkana isaaniin jedhe, waan oduu gammachu'uu ka banii maraaf ta'u isinitti himuuf, «Hin sodaatinaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan Rabbiillee akkana isaaniin jedhe, oduu gammachu'uu ka banii maraaf ta'u waan isinitti himuuf, «Hin sodaatinaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
maleeyikichi garuu akkana isaaniin ni jedhe, «Hin sodaatinaa! Ummata maraaf gammachuu ol aanaa ka ta'u, oduu mishaa isiniif qabadhee dhufee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergantichi Waaqaa ammoo, «Hin sodaatina'a! Ani oduu gammadaa ta kolbaa maraaf gammada guddaa teetu isinitti odeessiisaaf dhufe.