Luke 2:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Adha qachaa Daawwitiititti fayyisaan isiniif dhalateera; inni Goottaa Kiristoos.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Halkani kana dira Daudi keesa Qarqaarsi ya isanii d'alate, ka Kristo Aabbo jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ardha dira Daawiti keessatti Fayyisaan Kiristoo Aabboo jedhan la isanii dhalate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Adha qachaa Daawitii keessatti qorsi isinii dhalateera; innillee Gooftaa Kiristoos.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Adha qachaa Daawitii keessatti qorsi isinii dhalateera; innillee Gooftaa Kiristoos.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kunoo, adha magaalaa Daawiitii titti Fayyisaan isiniif dhalatee jira, Inni'llee Gooftaa Kristos.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adha qachaa Daawitiititti fayyisaan isiniif dhalateera; inni Goottaa Kiristoos.