Luke 2:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Beessisi isaalle kana: annuu hoccu'uun maramee, goongaa keessa irkateeruun dhaggitan” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kanati akheekha isanii taha: daima gombo keesa rafisani woya daima iti uyisani argitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kanaatti akeeka isanii ta'a. Daa'ima gonboo keessa rafisanii wayaa itti uyyisan argitan” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun malkata akka isinii ta'u, Daa'imni uffataan maramee gongaa keessa ka rafeeru argitan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunillee malkata akka isinii ta'u, Daa'imni uffataan maramee gongaa keessa ka rafeeru argitan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Malikanni'llee kana, uffata ammataatiin daaima marame moonaa hori'ii gongaa irra ciisee ni arggataniin.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Beessisi isaalle kana: annuu hoccu'uun maramee, goongaa keessa irkateeruun dhaggitan» isaaniin jedhe.