Luke 2:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tissitooti yennaa isa dhaggane, waan ergamaan Waaqaa marroo daa'ima kanaatiif dubbate isaanitti odeessane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana arginaani odu gurba ta d'agayani taani odeesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Daa'ima kaan arginaan oduu isaa ta ergamtoota irraa dhaga'an taan haasa'an.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tissoonni hennaa isa argan waan Maleekkaan Rabbii waan daa'ima kanaa isaanitti dubbate odeessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Tissoonni hennaa isa argan waan Maleekkaan Rabbii waan daa'ima kanaa isaanitti dubbate odeessan
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Daai'ma'llee eega arganiin duubatti waan maleyikkichi waayee isaaniif isaanitti hime, ni odeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tissitooti yennaa isa dhaggane, waan ergamaan Waaqaa marroo daa'ima kanaatiif dubbate isaanitti odeessane.