Luke 2:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri waan kana dhage'ane maraa, waan tissitooti isaanitti odeessane baaseffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti ka waan tissituuni himte d'agaye guddo mame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii dhaga'e cuftii waan tissituun itti himte guddoo mame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri dhagayan maruu waan tisseen itti himte san hin maalalfatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri dhagayan maruu waan tisseen itti himte san maalalfatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka dhagayan marrinuu waan tissitoonni isaanitti odeessaniin, ni maalaliffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri waan kana dhage'ane maraa, waan tissitooti isaanitti odeessane baaseffatane.