Luke 2:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maariyaam ammoo, waan kana mara gadhaa ifii keessatti qabattee itti yaadatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Mariamuni dubbi suni garaa ufi keesa keyatte heredde.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maariyaam ammoo dubbii taan cufa garaa qabattee herredde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maariyaam ammo waan kana maraa garaa ufiititti yaada'aa eega'aa turte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maariyaam ammoo waan kana maraa garaa ufiititti yaada'aa eega'aa turte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maariyaam garuu, waan kana maraa onnee isi'ii titti qabattee, ni yaaddi ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maariyaamiin ammoo, waan kana mara gadhaa ifii keessatti qabattee itti yaadatte.