Luke 2:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tissitooti akkuma ergamaan Waaqaa isaanitti hime teeteertuun waan dhage'anee fi dhagganne maraaf, Waaqa galateessaa leellisaa deebi'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tissituuni deebite, maro waan ch'ufa ka d'ageete argiteefi Waaqa guddifte faarsite. Wonti ch'ufti akuma malaikaani worrati himte taate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tissituun dachaatee, marroo waan cufaa ka argitee dhageetteellee Waaqaa guddichee faarsite. Wantii cuftii akkuma ergamtootii warratti himte taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tissoonni akkuma isaaniin jedhame waan dhagayanii argan maraafuu Rabbiin galatoonfata'aa kabajja'aa deebi'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Tissoonni akkuma isaaniin jedhame waan dhagayanii argan maraafuu Rabbiin galatoonfata'aa kabajja'aa deebi'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tissitoonni'llee, wonitti marrinuu akkuma maleyikkichi isaaniin jedhe ta'ee arguu isaaniitii fi dhagayuu isaaniitiin, Waaqa kabaja'aatii fi galateeffata'aa, gara bakka isaanii ni deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tissitooti akkuma ergamaan Waaqaa isaanitti hime teeteertuun waan dhage'anee fi dhagganne maraaf, Waaqa galateessaa leellisaa deebi'ane.