Luke 2:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaan saddeetesso'oo dabareeruun, mucaa haqanqabaa qabiis yennaa geye, akkuma haati isaa adoo hin ulfooyin duratti ergamaan Waaqaa maqaa isaa baase “Yesuus” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi torbaani toko, hojjaani gurba qabanqaba qabani geennaani maqa isaa Yeso baasani, akuma malaikaani himte, ato haati ingaraachainu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaan saddeettessoo, ka mucaa dhaqaanqabaa qaban geennaan, akkuma ergamaan Waaqaa adoo haatii hingaraacha'inuu himee, maqaa isaa Yesus baasan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan sadeessoon geennaan hennaan daa'ima gadoomsan gaye, akkuma haati isaa uduu hin ulfaayiniin duratti Maleekkaan maqaa isaa baase san «Yesuus» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaan saddeetaffaan geennaan, hennaan daa'ima gadoomsan gaye, akkuma haati isaa uduu hin ulfaayiniin duratti Maleekkaan maqaa isaa baase san «Yesuus» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa saddeetiin duubatti naamusa daai'mnni itti gadoomu irratti, maqaan isaa «Yesus» jedhamee ni waamame. Kun'llee uduma gadaamessaa haadhaa titti hin uumaminiin duranatti, maqaa maleyikkichi isaaf baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan saddeetesso'oo dabareeruun, mucaa haqanqabaa qabiis yennaa geye, akkuma haati isaa adoo hin ulfooyin duratti ergamaan Waaqaa maqaa isaa baase «Yesuus» jedhane.