Luke 2:23 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Seera Gootta'aa keessatti, “Ilmi angafichi maraa Gootta'aaf kennamee ka woyyoome te'a” jedhantee barreeffanteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Seera Waaqa keesati waan t'aafani: ilma angafa ch'ufa Aabbo Waaqa baasu malani jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanatiif seera Waaqaa keessatti, “Ilma angafa cufa Aabboo Waaqaa baasuu malan” jedhanii ya barreessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka taasisaaniif seera Goofta'aatiin, «Dhiira ka ta'e ilmi hangafaa marrinuu, Goofta'aaf kennamee Qulqulluu ni ta'a» ajajinni jedhu, barreeffamee waan tureef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seera Gootta'aa keessatti, «Ilmi angafichi maraa Gootta'aaf kennamee ka woyyoome te'a» jedhantee barreeffanteerti.