Luke 2:24 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan akka seerri Gootta'aa jedhutti, saphaliisa lamaan yookiin ilmoolee cuquliisaa lamaan woreega dhiyeessiisaaf dhaqane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle worri sorio baasu deeme, aka Seera Aabbo Waaqa keesati himani: Sabaliisa didiqa lama yokhaani gugurda lama.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee warrii sooriyoo baasuu deemee, akka seera Aabboo Waaqaa keessatti himan, “Sabaliisa didiqqaa lama yokaan gugurdaa lama” dhi'eessuuf isa fide.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana seera Goofta'aatiin, «Daakiyyeewwan lamaa yookiin ilimoolee handari'ii lama, kitima'aaf dhiyeessuun ni mala» ajaja jedhutu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka seerri Gootta'aa jedhutti, saphaliisa lamaan yookiin maddoo lamaan woreega dhiyeessiisaaf dhaqane.