Luke 2:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Masiihii Gootta'aa adoo hin dhaggin akka inni hin duune Ayyaanni Woyyichi itti mudhise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini aka inni haga Kristo ilma Waaqa arguti indoone isa beesifte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hafuurii qulqulloon duraanuu akka innii haga Kiristoo Ilma Waaqaa arguutti hindoone isa beessise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama Goofta'aan muudame uduu hin argine akka hin duune Ayyaana Woyyu'uun hubate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nama Goofta'aan muudame uduu hin argine akka hin duune Ayyaana Woyyu'uun hubate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee Masihicha Gooftaa ta'e uduu hin argin akka hin duune Hafuurri Qulqulluun ibiseefii jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Masiihii Gootta'aa adoo hin dhaggin akka inni hin duune Ayyaanni Woyyichi itti mudhise.