Luke 2:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Simoon daa'ima fuudhee habbaarratee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Simeoni gurba olhampaare, Waaqa faarse, waan jed'e:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Simi'oon mucaa olhamphaaree, Waaqaa faarsee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni daa'ima isaan harkaa fuudhee ammatee Rabbiin galatoonfata'aa akkana jedhe,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee ammo daa'ima isaan harkaa fuudhee ammatee, Rabbiin galatoonfata'aa akkana jedhe,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Simoon daaima irraa fudhee ni ammate, Waaqa'llee galatteeffachu'uun akkana ni jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Simoon daa'ima fuudhee habbaarratee,