Luke 2:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Amma, Goottaa, addii kennite guutteerta, ana tajaajilaa keetille nageyaan addee dhuga'aa geessi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma, Aabbo, aka atini jette gula, garbicha kanke nagayaani deemsisi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Amma lama Aabboo, akkuma qaraa dubbatte, hojjataa kankee nagaan deemsis!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Amma Gooftaa'a, abdii kennite guutteerta, ana tajaajilaa kee nagayaan hulee dhuga'aa geessi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Amma, Gooftaa'a, abdii kennite guutteerta, ana tajaajilaa kee nagayaan hulee dhuga'aa geessi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yaa Gooftaa! Kunoo, dubbiin naa kennite ka abddi'ii ka raawwatamee jira, eegaa amma ana tajaajilaa kee nagayaan ana geegessi,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Amma, Goottaa, addii kennite guutteerta, ana tajaajilaa keetille nageyaan addee dhuga'aa geessi.