Luke 2:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre nami maraa laakkowamiisaaf gara qachaa ifii dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nami ch'ufti aka dira ufiti maqa t'aafatu yae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan duuba namii cuftii akka dira ufiitti maqaa barreeffatu yaa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni martinuu galmaayu'uuf gara qacha'aa deeman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni martinuu galmaayu'uuf gara qacha'aa deeman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf tokko tokkoon namaatuu maqaa isaa galmeesisiisu'uuf, gara biyya dhaloota isaa ni deema ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre nami maraa laakkowamiisaaf gara qachaa ifii dhaqe.