Luke 2:35 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
yaada isaanii ka dhossa'aa ifatti hin baasa. Gaddi akka goraadee qaramee gadhaa keeti hin woraana” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka heregi garaa nama heddu mullatu. Laalaltileeni onne tante woraanti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka herregii garaa nama hedduu ka dhokate mullatuu fi akka laalaattii akka goraadee onnee tantee si waraantu” jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan'llee onnee baayi'eewwanii keessa ka jiru yaanni dhokataan ni mulidhata, onnee tantee'llee billoofnni gaddaa, baqassee ni dabrra.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yaada isaanii ka dhossa'aa ifatti hin baasa. Gaddi akka shallaagaa qaramee gadhaa keeti hin woraana» jedhe.