Luke 2:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Haannaan yennuma san dhuttee Waaqa galateeffattee, marroo daa'imaa worra bilisa bayiisa Yerusaalemii eegatu maratti dubbatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiileeni hojuma suni d'ufte Waaqaa galata deebifte, waan gurba diqa kana nama baafama Yerusalemu eegatu ch'ufati odeesite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isiilleen yoma sun dhuftee Waaqaa galata deebiftee, waan mucaa diqqaa kaanii nama baafama Yerusaalem eegatuu cufaatti himte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haannaan hennama san dhuftee Rabbiin galatoonfattee, waan daa'imaa worra bilisa bayuu Yerusaalemii eeggatu marattuu dubbatte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haannaan hennama san dhuftee Rabbiin galateeffattee, waan daa'imaa worra bilisa bayuu Yeruusaaleemii eeggatu marattuu dubbatte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti isiin'llee dhufittee Gooftaa galateeffachuu jala ni qabdde, waayee daai'maa'llee worra abddii fayyinna Yerusaalemii eeggatan marattuu, ni dubbatti ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haannaan yennuma san dhuttee Waaqa galateeffattee, marroo daa'imaa worra bilisa bayiisa Yerusaalemii eegatu maratti dubbatte.