Luke 2:41 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abba'aa fi haati Yesuusii wogguma wogga'aan guyyaa Jila Irra Dabaramaa gara Yerusaalemii dhaqan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba ganna ch'ufa abbaafi haati isaa gara dira Yerusalemu d'aqani, maro jila Pasakatiifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haadhaa fi abbaan isaa ganna cufa marroo Jila Dabarsaatiif gara dira Yerusaalem dhaqan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaa fi haati isaallee woggama wogga'aan guyyaa ayyaana Faasika'aa gara Yerusaalemii dhaqan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaa fi haati isaallee woggama wogga'aan guyyaa ayyaana Faasika'aa gara Yeruusaalemii dhaqan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yooseefii fi Mariyaam wogga'aan ayyaana Faasiika'aatiif, gara Yerusaalemii ni deeman turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abba'aa fi haati Yesuusii wogguma wogga'aan guyyaa Jila Irra Dabaramaa gara Yerusaalemii dhaqan.