Luke 2:42 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa Yesuus woggaa kudhanii lama guute, akkuma baratametti isaan gara jilaa dhaqane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni isaa kud'ani lama geennaani akuma aada worra gula jila d'aqani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gannii isaa kudhanii lama geennaan akkuma aadaa warraa gula jila dhaqan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa mucaan woggaa kudha lamaa guute, akkuma baratame isaan gara Yerusaalemii dhaqan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa mucaan woggaa kudha lamaa guute, akkuma baratame isaan gara Yeruusaaleemii dhaqan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee woggaa kudha lama yeroo ta'eentti'llee, akkuma baratame ayyaanicha ayyaaneffachu'uuf, ni deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Yesuus woggaa kudhanii lama guute, akkuma baratametti isaan gara jilaa dhaqane.