Luke 2:43 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa jilti hobbaate, gara manaa deebi'iisaaf ka'ane; Yesuus ammoo Yerusaalemitti hafe. Abba'aa fi haati isaa waan kana hin beenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jilti hobaate jennaani, ato biyyiti galtu, Yesoni Yerusalemuti hafe. Abbaafi haati isaa quba inqabani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jiltii hobbaatee jennaan, adoo warrii gara mana isaanii galiisaa yaa'uu, Yesus ka haadhaa fi Aabbaan quba hin qabnee Yerusaalemiitti hafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyoonni ayyaanaa sun haga lufeen maayessa hennaa deebi'an Yesuus Yerusaalemitti hafe. Akka Inni achitti hafe Maariyaamii fi Yooseefillee hin beenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyoonni ayyaanaa sun haga lufeen maayessa, hennaa deebi'an Yesuus Yeruusaaleemitti hafe. Akka Inni achitti hafe Maariyaamii fi Yooseefillee hin beenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ayyanichi eega xumurameen duubatti isaan gara mana isaanii yoo deebi'an, Yesus Yerusaalemitti ni hafe, Yooseefii fi Mariyaam garuu achitti hafuu isaa hin beekinne turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa jilti hobbaate, gara manaa deebi'iisaaf ka'ane; Yesuus ammoo Yerusaalemitti hafe. Abba'aa fi haati isaa waan kana hin beenne.