Luke 2:44 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan inni worra woliin jiranu woliin jiru seyanee, guyyaa guutuu ideemaneen duuba firootaa fi jaalota ifii bira iyyaafatiisaaf ka'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan inni gumi woliini jiru sehani, duuba guyya toko ch'ufa deemnaani fiit'afi wahela keesa isa barbaadani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan innii gumii waliin jiruu se'anii, eegii yaasuma guyyaa tokkoo cufa yaa'an, fiixaa isaanitii fi warra ilaan beekaniillee iyyaafatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Imaltoota woliin waan deeme seeyanii deemsa guyyaa tokkoo deemanii firoota ufiitii fi nama beekan maraa iyyaafataniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Imaltoota woliin waan deeme seeyanii deemsa guyyaa tokkoo deemanii firoota ufiitii fi nama beekan maraa iyyaafataniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Araata woliin waan deemu isaanitti fakkaateeti, karaa guyyaa tokkoo uduu deeman ni oolan, saniin duubatti'llee firoota isaaniitii fi namoota isaan hin beekinne bira'llee isa soquu, jala ni qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan inni worra woliin jiranu woliin jiru seyanee, guyyaa guutuu ideemaneen duuba firootaa fi jaalota ifii bira iyyaafatiisaaf ka'ane.