Luke 2:45 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan yennaa isa dhabane, barbaadiisaaf gara Yerusaalemii deebi'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isa d'amnaani Yerusalemuti dachaani barbaadani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhamnaan isa barbaaduuf Yerusaalemiitti dacha'an.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hennaa achii isa dhaban soqa'aa gara Yerusaalemii deebi'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan achii hennaa isa dhaban soqa'aa gara Yeruusaaleemii deebi'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu isa argachu'uuf waan hin danda'iniif isa soqa'aa, gara Yerusaalemii ni deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa isa dhabane, barbaadiisaaf gara Yerusaalemii deebi'ane.