Luke 2:48 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Abba'aa fi haati isaa yennaa achitti isa dhaggane maalalane. Haati isaa, “Ilma kiyya maaf akkana nu tolchite? Anii fi abbaan keeti akka malee yaannee si barbaadiisatti jirra” isaan jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isa arginaani guddo mamani, duuba haati waan jetteeni, Gurba, atini maafi akana nuu tolchite? Anaafi abbetileeni guddo naane si barbaanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isa arginaan haadhaa fi abbaalleen guddoo mamanii, haatii, “Gurbaa atin maaf akkana nu tolchite? Ka naa fi abbeelleen guddoo yaaddomnee si barbaannee” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaa fi haatillee hennaa isa argan hin maalalan. Haati isaa, «Ilma kiyya maaf akkana nu goote? Anii fi abbaan kee akka malee yaaddofnee si soqaa'aarra» jetteen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaa fi haatillee hennaa isa argan hin maalalan. Haati isaa, «Ilma kiyya maaf akkana nu goote? Anii fi abbaan kee akka malee yaaddofnee si soqaa'aarra» isaan jette.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yooseefii fi Mariyaam'llee Mana Waaqeffanna'aa titti yeroo isa argganitti, ni maalalan, yeroo sanitti haati isaa, «Ilma kiyya maali'iif akkana nu taasfitte? Abbaan keetii fi ani'llee sarddaminnee, si soqa'aa turre,» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abba'aa fi haati isaa yennaa achitti isa dhaggane maalalane. Haati isaa, «Ilma kiyya maaf akkana nu tolchite? Anii fi abbaan keeti akka malee yaannee si barbaadiisatti jirra» isaan jette.