Luke 2:49 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Isin maaf ana barbaaddan? Akka ani mana Abbaa kiyyaa keessa tee'uu male hin beennee?” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni waan jed'eeni, Maafi na barbaaddani? Aka anini mana Abba kiyya keesa tau male imbeetani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii, “Maaf na barbaaddan? Akka anin mana Abbaa kiyyaa keessa taa'uu malee hinbeettanii?” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee, «Isin maaf na soxxan? Ani mana Abbaa kiyyaa keessa taa'uu akka na barbaachisu hin beettanii?» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee, «Isin maaf na soxxan? Ani mana Abbaa kiyyaa keessa taa'uu akka na barbaachisu hin beettanii?» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Waayee maaliif ana barbaaddan? Ani Mana Abbaa kiyyaa keessa ta'uun akka naaf malu hin beekittanii moo?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Isin maaf na barbaaddan? Akka ani mana Abbaa kiyyaa keessa tee'uu male hin beennee?» isaaniin jedhe.