Luke 2:5 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni intala kadhateeru, ta ulfa qaddu, Maariyaam woliin laakkowamiisaaf achi dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Mariamu intala inni kad'ate woliini deeme aka woliini t'aafani; isiini garaacha qabdi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maariyaam Intala kadhate waliin akka barreessan deeme, isiin ammoo garaacha qabdi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Galmeefamu'uuf ka deeme'llee ulfoofttee ka turtte, qaadhimaa isaa Maariyaamiin woliin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni intala kadhateeru, ta ulfa qaddu, Maariyaam woliin laakkowamiisaaf achi dhaqe.