Luke 2:50 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ammoo waan inni dubbate hin hubanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo dubbini inni worraani jed'e worraa ingalle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammoo dubbii innii jedheen hinmidhaffanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waan inni dubbate hin hubanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan waan inni dubbate hin hubanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan garuu waan inni dubbate, hin hubanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo waan inni dubbate hin hubanne.