Luke 2:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo isaan Beeteleem keessa jiranuu, yennaan Maariyaamiin deettu geette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato worri achi tau jii isii ala hobae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo warrii Betlihem jiruu ji'ii isii alaa hobba'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduma isaan achi jiran jiini isiin deettu gaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduma isaan achi jiran jiini isiin deettu gaye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Magaalaa Bethliheemii uduu jiran'llee, Maariyam yeroo dayinssa isi'ii ni gaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo isaan Beeteelem keessa jiranuu, yennaan Maariyaamiin deettu geette.