Luke 2:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dirree adaala biyya saniitti tissitooti halkaniin horii tissaa bulanu jiran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arda suni keesa tissituuni halkaniini hori tissaa bulti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ardaa sun keessa tissituun halkaniin horii tissaa bulti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya san tissee halkan horii eeddutu jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Biyya sani tissee halkan horii eeddutu jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naannoo sanitti'llee raasa'atti halkan gobbuu horii isaanii eeggata'aa worri bulan, tissitoonni ni jiran ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dirree adaala biyya saniititti tissitooti halkaniin horii tissaa bulanu jiran.