Luke 2:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ergamaan waaqaa dedhuma isaanitti mudhatee, ulfinni Gootta'aalle isaanitti ifee jennaan bararaqane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani Aabbo worrati mullatte, guddinni Aabbo worrati ifse, jennaani worri guddo sodaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergamaan Aabboo tassa warratti mullatee, guddinnii Aabboo dhaattuu warratti ibsee jennaan, warrii guddoo sodaatee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Goofta'aa dimmaa isaanitti mudhatee ulfinni Goofta'aallee isaanitti ifnaan bararraaqan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan Goofta'aa dimmaa isaanitti mudhatee, ulfinni Goofta'aallee isaanitti ifnaan bararraaqan
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kunoo, isaanitti maleeyikkaan Goofta'aa isaanitti ni muldhate, ifin ulfinna Gooftaan'llee naannoo isaanii titti ni ife, isaan'llee haalaan ni sodaatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan waaqaa dedhuma isaanitti mudhatee, ulfinni Gootta'aalle isaanitti ifee jennaan bararaqane.