Luke 20:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isaan fichaa muka woyni'ii keessaa alatti isa darbanee ijjeesane. Yoona abbaan fichaa muka woyni'ii maan isaan godha laati?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi oobru zabibu keesa alati baasani ijeesani. Abbaani oobru zabibu maani worra tolcha duuba?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan oobruu weynii keessaa alatti baasanii ijjeesan. Abbaan oobruu weynii maan warra tolcha duuba?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee ashaakiltii woyini'ii keessaa gara diidaa baasanii isa ajjeessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee Ashaakiltii woyini'ii keessaa gara diidaa baasanii isa ajjeessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf ilma isaa bakka biqilttuu woyinniitiin alatti baasanii, ni ajjeesaniin. Eegaa, abbaan biqiltuu woyinni'ii qonnaan bulttoota kanniin irratti, maal ka raawwatu sitti fakkaata ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan fichaa muka woyni'ii keessaa alatti isa darbanee ijjeesane. «Yoona abbaan fichaa muka woyni'ii maan isaan godha laati?