Luke 20:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni hin dhufa, qottee bultoota san hin ijjeesa, fichaa muka woyni'iille worra dhibi'itti hin kennata” jedhe. Kolbaan tana yennaa dhageette, “Hanqisi!” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni d'ufe hojattu taani balleese oobru nama d'ibiti kenna. Biyyiti waan kana d'ageennaani waan jette, Waan hamaati!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii dhufeetti hojjattoota taan balleessee oobruu nama dhibiitti kenna” jedhe. Biyyitii waan kana dhageennaan, “Waaqii tana oolchinna!” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu gooftaan ashaakiltii woyini'ii maal isaan godhinna laata? Inni dhufee qonnaan bultoota kanniin balleessee, ashaakiltii woyini'ii san namoota biraatii kenna» jedhe. Isaan haga waan kana dhagayan, «Rabbi waan kana nutti hin fidin!» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu gooftaan ashaakiltii woyini'ii maal isaan godhinna laata? Inni dhufee qonnaan bultoota kanniin balleessee, ashaakiltii woyini'ii san namoota biraatii kenna» jedhe. Isaan haga waan kana dhagayan, «Rabbi waan kana nutti hin fidin!» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abbaan biqiltuu woyinni'ii mataan isaatuu ni dhufa, qonnaan bulttoota'llee ni ajjeesa, biqiltuu woyinnii'llee qonnaan bulttoota bira'aatiif ni kenna.» Namoonni'llee kana yeroo dhagayanitti, «Kun gonkumaa hin ta'in!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni hin dhufa, qonnaan bultoota san hin ijjeesa, fichaa muka woyni'iille worra dhibi'itti hin kennata» jedhe. Kolbaan tana yennaa dhageette, «Hanqisi!» jette.