Luke 20:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo isaan laalee, “‘Dhakaan worri mana ijaaru tuffate, dhakaa dhakaa maraa caalaa barbaadamu te'e’ jedhante ta barreeffante maan jechu'u ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni worra millate waan jed'eeni, Maani re, wonti t'aafani kuni? D'akhaani ijaartuuni tuffatte dide yayu d'akha ch'ufa ira jabaa tahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo gara warraa millatee, “Ree wantii ‘Dhakaan ijaartuun tuffattee didde, yaayyuu dhakaa cufa irra jabaa ta'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus gara isaanii laalee akkana jedhe, «Eegasuu, ‹Dhagaan worri mana ijaaru tuffate, dhagaa dhagaa maraa caalaa barbaadamu ta'a› ka jedhamee barreeffame maal jechu'u?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus gara isaanii laalee akkana jedhe, eegasuu, «Dhagaan worri mana ijaaru tuffate, dhagaa dhagaa maraa caalaa barbaadamu ta'a› ka jedhamee barreeffame maal jechu'uu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu gara isaanii laalee akkana ni jedhe, «Eegaa, ‹dhagaan kaabddonni tuffatan, mataa cabssataa ni ta'e› jedhamee ka barreeffame maal muldhisa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo isaan laalee, «‹Dhakaan worri mana ijaaru tuffate, dhakaa dhakaa maraa caalaa barbaadamu te'e› jedhante ta barreeffante maan jechu'u ree?